Oduu Fulbaana 17,2022|| WBOn Tarkaanfii Loltoota PP irratti fudhaten hedduu booji'uu beeksise #omn



Jerjertu Media | Daily Oromia and World News ! Oolmaa Oromiyaati fi Idil addunyaa irratti oddeefannoo waltawaa yeroosa eeggate isin biraan gahuuf Jarjartuu miidiyaan gara keessan dhufa waan jiruuf oddeessa haarawaa nuti hojjannuu arkachuuf channel kana subscribe godhun dagatinaa akkasumas like, comment fi share godhun nu jajjabeessaa !! Galatoomaa 🙏

Facebook: https://www.facebook.com/Jerjertu-Media-115164839877979/

source

3 thoughts on “Oduu Fulbaana 17,2022|| WBOn Tarkaanfii Loltoota PP irratti fudhaten hedduu booji'uu beeksise #omn”

  1. Ergaa tana qilleensarra nuuf oolchi goodina hararge bahaa anaa jaarso kessatti gandoota jalatti arkkaman keessa waraana marsaa 3ffa of kanna waan jedhamu dhiheessani turan nuti jalaa diduudhaan walqabatee kan ofinkannine birri 1000 kuma takka kannu qaba jechuudhaan ummata akka malee hiraarsaa jiran pls qilleensarran ummata oromo ballaa biraan nuuf gahi fkn ganda kamirratti yojatte aradda odaa muudaa fii dhabeelo kaabaa dhabeelo kibbaa
    Aradda malkka jabduu

    Reply

Leave a Comment